LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 18:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Daawitis gara waraanaa dhaquu jalqabe; bakka Saaʼol isa ergu hundumaattis milkaaʼina ni argata ture.*+ Kanaafuu, Saaʼol ajajaa loltoota isaa isa godhate;+ kunis Israaʼelotaa fi tajaajiltoota Saaʼol hundumaa ni gammachiise.

  • Nahimiyaa 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sana booda ani Hanaanii+ isa obboleessa koo taʼee fi Hanaaniyaa isa ajajaa Dallaa Dhagaa+ taʼe Yerusaalem irratti nan muude; sababiin isaas, Hanaaniyaan namoota kaan hundumaa caalaa nama baayʼee amanamaa taʼee fi Waaqa dhugaa sodaatu+ ture.

  • Faarfannaa 101:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Akka isaan naa wajjin jiraataniif,

      Gara namoota amanamoo lafa irra jiranii nan ilaala.

      Namni balleessaa malee* deddeebiʼu na tajaajila.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi