LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 21:5-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Abrahaam ilmi isaa Yisihaaq yommuu isaaf dhalatetti umuriin isaa waggaa 100 ture. 6 Achiis Saaraan, “Waaqayyo akkan kolfu na godheera; namni kana dhagaʼe hundis anaa wajjin ni kolfa”* jette. 7 Itti dabaluudhaanis, “Namni Abrahaamiin, ‘Saaraan dhugumaan ijoollee ni hoosisti’ jedhu jira turee? Taʼus, bara dulluma isaatti ani isaaf ilma daʼeera” jette.

  • Luqaas 2:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Yaa Gooftaa Ol Aanaa, akkuma dubbattetti amma garbichi kee nagaadhaan akka boqotu godhi;+ 30 sababiin isaas, ijji koo karaa ati fayyina ittiin argamsiistu+ argeera;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi