Hojii Ergamootaa 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isaan, Pheexirosii fi Yohaannis ija jabinaan yommuu dubbatan arganii, namoota hin barannee*+ fi iddoo guddaa hin qabne akka taʼan hubatanii dinqisiifatan. Yesuusii wajjin akka turanis ni hubatan.+
13 Isaan, Pheexirosii fi Yohaannis ija jabinaan yommuu dubbatan arganii, namoota hin barannee*+ fi iddoo guddaa hin qabne akka taʼan hubatanii dinqisiifatan. Yesuusii wajjin akka turanis ni hubatan.+