Faarfannaa 34:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Leenconni saafelaa ciccimoo taʼan illee ni beelaʼu,Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.+ Faarfannaa 37:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+
10 Leenconni saafelaa ciccimoo taʼan illee ni beelaʼu,Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.+
25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+