Fakkeenya 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Manni* ogummaadhaan ijaarama,+Hubannaadhaanis jabaatee dhaabbata. Fakkeenya 31:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Afaan ishii ogummaadhaan banatti;+Seerri gaarummaa* arraba ishii irra jira.