Fakkeenya 6:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Wantoonni Yihowaan jibbu jaʼa jiru;Eeyyee, inni* wantoota torba ni balfa: Fakkeenya 6:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ragaa baatuu sobaa yeroo dubbatu hundumaatti sobu,+Akkasumas nama obbolaa gidduutti wal morkii facaasu+ hundumaa. Fakkeenya 19:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namni sobaan ragaa baʼu utuu hin adabamin hin hafu,+Namni yeroo dubbatu hundumaatti sobus adaba jalaa hin oolu.+
19 Ragaa baatuu sobaa yeroo dubbatu hundumaatti sobu,+Akkasumas nama obbolaa gidduutti wal morkii facaasu+ hundumaa.
5 Namni sobaan ragaa baʼu utuu hin adabamin hin hafu,+Namni yeroo dubbatu hundumaatti sobus adaba jalaa hin oolu.+