LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “‘Saba kee gidduu naannoftee maqaa hin balleessin.+ Lubbuu* namaa balleessuuf hin kaʼin.*+ Ani Yihowaa dha.

  • Galaatiyaa 5:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 waaqolii tolfamoo waaqeffachuu, gocha hafuurota hamoo raawwachuu,*+ diinummaa, lola, hinaaffaa, aariidhaan finiinuu, gargar baʼuu, wal qoqqooduu, garee amantii uumuu, 21 goomachuu, machii,+ gadhiisii* fi wantoota kana fakkaatani dha.+ Akkuman kanaan dura isin akeekkachiise waaʼee wantoota kanaa irra deebiʼeen isin akeekkachiisa; namoonni wantoota akkasii raawwachuu amaleeffatan Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalan.+

  • Yaaqoob 3:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, garaa keessan keessa hinaaffaa+ cimaanii fi morkiin*+ yoo jiraate of hin tuulinaa,+ akkasumas dhugaa irratti soba hin dubbatinaa. 15 Kun ogummaa isa ol gubbaadhaa dhufu miti; kanaa mannaa kan lafaa,+ kan bineensotaa fi kan jinniiwwanii ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi