LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, namni foonii wantoota hafuura Waaqayyoo irraa dhufan hin fudhatu; sababiin isaas, wantoonni kun isaaf gowwummaa dha; hafuuraan kan qoraman waan taʼaniif inni isaan hubachuu hin dandaʼu.

  • Filiphisiyus 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Isaan dhumni isaanii badiisa; waaqni isaanii garaa isaanii ti; ulfinni isaanii salphina isaanii ti; sammuun isaanii wantoota lafaa irratti kan xiyyeeffate dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi