Roomaa 8:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, warri akka fooniitti jiraatan, sammuun isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata;+ warri akka hafuuraatti jiraatan garuu, sammuun isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.+ Yaaqoob 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kun ogummaa isa ol gubbaadhaa dhufu miti; kanaa mannaa kan lafaa,+ kan bineensotaa fi kan jinniiwwanii ti.
5 Sababiin isaas, warri akka fooniitti jiraatan, sammuun isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata;+ warri akka hafuuraatti jiraatan garuu, sammuun isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.+
15 Kun ogummaa isa ol gubbaadhaa dhufu miti; kanaa mannaa kan lafaa,+ kan bineensotaa fi kan jinniiwwanii ti.