-
Fakkeenya 4:7-9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Ogummaan wanta baayʼee barbaachisaa taʼe* waan taʼeef,+ ogummaa argadhu,
Wanta qabdu hundumaa irrattis hubannaa qabaadhu.+
8 Bakka guddaa isaaf kenni, innis ol si qaba.+
Ati waan isa hammattuuf, inni ulfina siif kenna.+
9 Inni mataa kee irra gonfoo nama hawwatu ni kaaʼa;
Gonfoo bareedinaatiinis si miidhagsa.”
-