Fakkeenya 19:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Nama hiyyeessa obboloonni isaa hundi isa jibbu;+Michoonni isaa immoo hammam caalaatti isa irraa haa fagaatan ree!+ Inni isaan kadhachaa isaan duukaa buʼa, garuu namni tokko illee deebii isaaf hin kennu.
7 Nama hiyyeessa obboloonni isaa hundi isa jibbu;+Michoonni isaa immoo hammam caalaatti isa irraa haa fagaatan ree!+ Inni isaan kadhachaa isaan duukaa buʼa, garuu namni tokko illee deebii isaaf hin kennu.