- 
	                        
            
            Lallaba 9:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
14 Magaalaa xinnoon dhiirota muraasa qabdu tokko jirti turte; mootii jabaan tokkos dhufee itti marsee naannoo ishiitti dallaa guddaa ijaare. 15 Namni hiyyeessi ogeessa taʼe tokko ishii keessa jira ture; innis ogummaa isaatiin magaalattii ni oolche. Taʼus namni hiyyeessa sana yaadate tokko illee hin turre.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Yaaqoob 2:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Namni quba isaatti qubeellaa warqii kaaʼatee fi uffata miidhagaa uffate gara walgaʼii keessanii yoo seenee fi hiyyeessi uffata xuraaʼaa uffate tokkos yoo seene, 3 isa uffata miidhagaa uffate sanaaf loogdanii, “Ati as iddoo gaarii kana taaʼi,” isa hiyyeessaan immoo, “Ati achi dhaabbadhu” yookiin “Achi ejjeta miila kootii jala taaʼi” jettuu?+
 
 -