LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 12:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Innis akkuma dargaggoonni sun isa gorsanitti, “Abbaan koo waanjoo ulfaataa isin irratti feʼeera; ani garuu waanjoo keessan caalaatti nan ulfaachisa. Abbaan koo alangaadhaan isin adabeera; ani garuu alangaa wanta nama wawwaraanu qabuun isin nan adaba” isaaniin jedhe.

  • 1 Mootota 12:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Guutummaan Israaʼel mootichi isaan dhaggeeffachuu akka dide yommuu hubatan, namoonni sun, “Nuti Daawit biraa qooda maalii qabna? Nuti ilma Issey biraa dhaala hin qabnu. Yaa Israaʼel, gara waaqolii keetti deebiʼi. Yaa Daawit, amma mana kee eeggadhu!” jedhanii mootichaaf deebisan. Achiis Israaʼelonni gara mana mana* isaaniitti deebiʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi