Faarfannaa 41:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Amanamummaa kootiin kan kaʼe ol na qabda;+Bara baraaf of dura na jiraachista.+ Fakkeenya 28:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Namni balleessaa malee deddeebiʼu ni oola,+Namni karaan isaa jalʼaa taʼe garuu akkuma tasaa kufa.+
18 Namni balleessaa malee deddeebiʼu ni oola,+Namni karaan isaa jalʼaa taʼe garuu akkuma tasaa kufa.+