Faarfannaa 73:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Eeyyee, namoonni kun hamoota, warra yeroo hunda rakkina malee jiraatani dha.+ Isaan qabeenya isaanii ni baayʼifatu.+ Faarfannaa 73:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ati dhugumaan lafa mucucaatu irra isaan dhaabbachiista.+ Kufanii akka badanis ni goota.+ 1 Tasalonqee 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yeroo isaan, “Nagaa dha, tasgabbii dhas!” jedhan, yeroo sanatti akkuma ciniinsuun dubartii ulfaa qabu, badiisni tasaa yeruma sana isaan irra gaʼa;+ isaan matumaa jalaa hin miliqan. Mulʼata 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, wanta fudhattee fi dhageesse yeroo hunda yaadadhu; akkasumas eeguu kee itti fufi, yaada kees geddaradhu.+ Yoo dammaquu baatte garuu, ani akka hattuutti sitti nan dhufa,+ saʼaatii akkamiitti akkan sitti dhufus matumaa hin beektu.+
12 Eeyyee, namoonni kun hamoota, warra yeroo hunda rakkina malee jiraatani dha.+ Isaan qabeenya isaanii ni baayʼifatu.+
3 Yeroo isaan, “Nagaa dha, tasgabbii dhas!” jedhan, yeroo sanatti akkuma ciniinsuun dubartii ulfaa qabu, badiisni tasaa yeruma sana isaan irra gaʼa;+ isaan matumaa jalaa hin miliqan.
3 Kanaafuu, wanta fudhattee fi dhageesse yeroo hunda yaadadhu; akkasumas eeguu kee itti fufi, yaada kees geddaradhu.+ Yoo dammaquu baatte garuu, ani akka hattuutti sitti nan dhufa,+ saʼaatii akkamiitti akkan sitti dhufus matumaa hin beektu.+