Fakkeenya 18:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kufaatii dura garaan namaa of tuula,+Ulfina argachuu duras gad of qabuun jira.+ Yaaqoob 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaa* duratti gad of qabaa,+ innis ol isin qaba.+