11 Yeroo yaaʼii uummataa, abbootii taayitaa mootummaa fi warra aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maal jennee falmanna yookiin maal dubbanna jettanii hin yaaddaʼinaa;+ 12 sababiin isaas, hafuurri qulqulluun saʼaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.”+