LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Haa taʼu malee, wanti dubbattan saʼaatii sanatti waan isinii kennamuuf, yeroo dabarsanii isin kennan akkamitti dubbanna yookiin maal dubbanna jettanii hin yaaddaʼinaa.+ 20 Hafuura Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee, kan dubbatu isin qofa miti.+

  • Maarqos 13:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo dabarsanii isin kennan maal dubbanna jettanii dursitanii hin yaaddaʼinaa; garuu wanta saʼaatii sanatti isiniif kennamu dubbadhaa; sababiin isaas, hafuura qulqulluutu karaa keessan dubbata malee isintu dubbata miti.+

  • Luqaas 21:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, akkamitti akka falmattan dursitanii qophaaʼuun akka isin hin barbaachisne garaa keessanitti qabadhaa;+ 15 sababiin isaas, ani dubbii fi ogummaa mormitoonni keessan hundi dura dhaabbachuu yookiin falmuu hin dandeenye+ isiniif nan kenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi