Yohaannis 14:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri qulqulluun inni Abbaan maqaa kootiin ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin yaadachiisa.+
26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri qulqulluun inni Abbaan maqaa kootiin ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin yaadachiisa.+