Fakkeenya 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Namni yaada garaa isaa ni qopheeffata,*Deebiin inni kennu* garuu Yihowaa biraa dhufa.+ Ermiyaas 10:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yaa Yihowaa, daandiin namaa aangoo isaa jala akka hin jirre akka gaariitti nan beeka. Yommuu deemus ofii isaatiin tarkaanfii isaa illee qajeelchuu hin dandaʼu.+
23 Yaa Yihowaa, daandiin namaa aangoo isaa jala akka hin jirre akka gaariitti nan beeka. Yommuu deemus ofii isaatiin tarkaanfii isaa illee qajeelchuu hin dandaʼu.+