Fakkeenya 29:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Mootiin haqaan hiyyeeyyiidhaaf yommuu murtii kennu,+Yeroo hundumaa teessoon isaa amansiisaa taʼa.+ Mulʼata 19:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Anis samiin banamee nan arge, kunoo, fardi adiin+ tokko jira ture. Inni farda irra taaʼes Amanamaa+ fi Dhugaa+ jedhama; inni murtii kan kennus taʼe waraana kan geggeessu qajeelummaadhaani.+
14 Mootiin haqaan hiyyeeyyiidhaaf yommuu murtii kennu,+Yeroo hundumaa teessoon isaa amansiisaa taʼa.+
11 Anis samiin banamee nan arge, kunoo, fardi adiin+ tokko jira ture. Inni farda irra taaʼes Amanamaa+ fi Dhugaa+ jedhama; inni murtii kan kennus taʼe waraana kan geggeessu qajeelummaadhaani.+