LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 22:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Garaan kee beekumsa koo hubachuu akka dandaʼuuf,+

      Gurra kee itti qabiitii dubbii ogeeyyii dhaggeeffadhu.+

      18 Dubbiin kun hundi yeroo hundumaa afaan kee keessaa akka hin dhabamneef,+

      Keessa keetti isa qabachuun kee gaarii dha.+

  • Maatewos 12:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Namni gaariin wanta gaarii kuufate keessaa wantoota gaggaarii gad baasa; namni hamaanis wanta hamaa kuufate keessaa wanta hamaa gad baasa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi