-
Roomaa 1:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Amalawwan isaa warri ijaan hin argamne, uumama addunyaatii jalqabee ifatti mulʼatu; sababiin isaas, humna isaa isa bara baraa+ fi Waaqummaa isaa+ wantoota uumaman irraa ifatti hubachuun ni dandaʼama;+ kanaafuu, isaan sababa itti qabatan hin qaban. 21 Isaan Waaqayyoon kan beekan taʼanis, akka Waaqummaa isaatti ulfina isaaf hin kennine yookiin isa hin galateeffanne; kanaa mannaa, yaadni isaanii gatii dhabe; garaan isaanii inni hubannaa hin qabnes ni dukkanaaʼe.+
-