Lallaba 7:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Achiis kana nan hubadhe: Dubartiin akkuma saaphana adamsituu taate, garaan ishii akkuma saaphana qurxummii taʼe, harki ishiis akkuma funcaa mana hidhaa taʼe duʼa caalaa hadhoofti. Namni Waaqa dhugaa gammachiisu ishii jalaa ni miliqa;+ cubbamaan garuu ishiidhaan ni qabama.+ Mulʼata 22:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Saroonni,* warri gocha hafuurota hamoo raawwatan, warri halaleen,* warri nama ajjeesan, warri waaqolii tolfamoo waaqeffatan, akkasumas warri soba jaallatanii fi warri sobduun hundi ala jiru.’+
26 Achiis kana nan hubadhe: Dubartiin akkuma saaphana adamsituu taate, garaan ishii akkuma saaphana qurxummii taʼe, harki ishiis akkuma funcaa mana hidhaa taʼe duʼa caalaa hadhoofti. Namni Waaqa dhugaa gammachiisu ishii jalaa ni miliqa;+ cubbamaan garuu ishiidhaan ni qabama.+
15 Saroonni,* warri gocha hafuurota hamoo raawwatan, warri halaleen,* warri nama ajjeesan, warri waaqolii tolfamoo waaqeffatan, akkasumas warri soba jaallatanii fi warri sobduun hundi ala jiru.’+