-
Fakkeenya 23:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Sababiin isaas, namni machooftuu fi albaadhessi ni hiyyooma,+
Hirriba jaallachuunis bututtuu nama uffachiisa.
-
-
Fakkeenya 24:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Xinnuman ciisa, xinnuman muga,
Boqochuufis xinnuman harka maradhee taaʼa yoo jette,
34 Hiyyummaan akkuma saamtuutti,
Deegnis akkuma nama meeshaa waraanaa hidhatetti sitti dhufa.+
-
-
2 Tasalonqee 3:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Eeyyee, yeroo isin bira turre ajaja, “Namni hojjechuu hin barbaanne kam iyyuu hin nyaatin” jedhu irra deddeebinee isiniif kennaa turre.+
-