11 Akkuma nuti isin barsiisne, nagaadhaan jiraachuuf,+ dhimma ofii keessanii qofa irratti xiyyeeffachuu+ fi harka keessaniin hojjechuuf+ carraaqqii godhaa; 12 kunis namoota ala jiran duratti seeraan akka deddeebitanii+ fi homtuu kan isinitti hin hirʼanne akka taataniifi.