-
Fakkeenya 14:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Yihowaa sodaachuun madda jireenyaa ti,
Namni tokko kiyyoo duʼaa irraa akka goru ni godha.
-
-
Miilkiyaas 3:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yeroo sanatti namoonni Yihowaa sodaatan walii wajjin, tokkoon tokkoon isaanii michoota isaanii wajjin ni haasaʼan; Yihowaanis xiyyeeffannaadhaan ni dhaggeeffate, wanta isaan jedhanis ni dhagaʼe. Warra Yihowaa sodaatanii fi maqaa isaa irratti xiinxalaniifis*+ kitaabni yaadannoo isa duratti ni barreeffame.+
-