Faarfannaa 56:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ati joora koo ni hordofta.+ Imimmaan koo qalqalloo kee keessatti walitti qabi.+ Inni kitaaba kee keessatti galmeeffameera mitii?+ Faarfannaa 69:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Kitaaba warra jiraatoo* irraa haa haqaman,+Warra qajeeloo gidduuttis hin galmeeffamin.+
8 Ati joora koo ni hordofta.+ Imimmaan koo qalqalloo kee keessatti walitti qabi.+ Inni kitaaba kee keessatti galmeeffameera mitii?+