27 Haa taʼu malee, Daawit garaa isaatti, “Gaaf tokko ani harka Saaʼol irratti duʼuun koo hin oolu. Kanaafuu, gara biyya Filisxeemotaatti baqachuu naa wayya;+ sana booda Saaʼol naannoo Israaʼel hundumaa keessa na barbaaduu isaa ni dhiisa;+ anis harka isaa jalaa nan oola” jedhee yaade.