1 Saamuʼel 19:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Daawitis baqatee miliquudhaan gara Saamuʼel isa Raamaatti+ argamuu dhaqe. Achiis wanta Saaʼol isa godhe hundumaa isatti ni hime. Innii fi Saamuʼelis deemanii Naayoot+ keessa jiraachuu jalqaban. 1 Saamuʼel 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan. 1 Saamuʼel 22:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo booda Gaad+ raajichi Daawitiin, “Dahoo sana keessa hin jiraatin. Bakka sanaa baʼiitii gara biyya Yihudaa dhaqi”+ jedhe. Kanaafuu, Daawit achii baʼee bosona Heeretitti seene.
18 Daawitis baqatee miliquudhaan gara Saamuʼel isa Raamaatti+ argamuu dhaqe. Achiis wanta Saaʼol isa godhe hundumaa isatti ni hime. Innii fi Saamuʼelis deemanii Naayoot+ keessa jiraachuu jalqaban.
22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan.
5 Yeroo booda Gaad+ raajichi Daawitiin, “Dahoo sana keessa hin jiraatin. Bakka sanaa baʼiitii gara biyya Yihudaa dhaqi”+ jedhe. Kanaafuu, Daawit achii baʼee bosona Heeretitti seene.