-
Luqaas 1:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Bara Heroodis*+ mootii Yihudaatti, lubni Zakkaariyaas jedhamuu fi garee lubootaa Abiyaa+ keessaa tokko taʼe jira ture. Haati manaa isaa sanyii Aaron yeroo taatu maqaan ishii Elsaabex jedhama ture. 6 Lamaanuu ajajawwanii fi seerawwan Yihowaa* hunda eeganii mudaa malee deddeebiʼuudhaan Waaqayyo duratti qajeelota turan.
-