LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Isa balleessaa hin qabne* hubadhu,

      Isa qajeelaa+ taʼes qalbeeffadhuu ilaali;

      Sababiin isaas, egereen nama sanaa nagaa kan qabu taʼa.+

  • Fakkeenya 16:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Qajeelonni daandii hamminaa irraa ni fagaatu.

      Namni daandii isaa eeggatu kam iyyuu lubbuu isaa oolfata.+

  • 1 Pheexiros 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Egaa jaalala obbolummaa fakkeessaa hin qabneen+ dhugaadhaaf ajajamuudhaan waan of* qulqulleessitaniif, cimsaa garaadhaa wal jaalladhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi