Fakkeenya 15:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Mana nama qajeelaa keessa qabeenya hedduutu jira,Oomishni* nama hamaa garuu rakkina isatti fida.+ Lallaba 5:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kana malees, Waaqni dhugaan nama tokkoof badhaadhinaa fi qabeenya,+ akka isaanitti gammaduufis dandeettii yommuu kennu, namni sun badhaasa* isaa fudhachuu fi hojii isaa isa jabaatee hojjetetti gammaduu qaba. Kun kennaa Waaqayyoo ti.+
19 Kana malees, Waaqni dhugaan nama tokkoof badhaadhinaa fi qabeenya,+ akka isaanitti gammaduufis dandeettii yommuu kennu, namni sun badhaasa* isaa fudhachuu fi hojii isaa isa jabaatee hojjetetti gammaduu qaba. Kun kennaa Waaqayyoo ti.+