18 Abbootiin murtiis dhimma sana gad fageenyaan ni qoratu;+ namni sun sobaan ragaa kan dhiheessee fi sobaan obboleessa isaa kan himate yoo taʼe, 19 wantuma inni obboleessa isaa irratti hamminaan raawwachuuf yaade isa irratti raawwadhu;+ wanta hamaas of gidduudhaa balleessi.+