LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 26:13-15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namni dhibaaʼaan, “Leenci saafelli karaa irra jira,

      Leenci addabaabayii keessa jira!” jedha.+

      14 Balballi maaxafaa* isaa irratti naannaʼa,

      Namni dhibaaʼaanis siree isaa irra gaggaragala.+

      15 Namni dhibaaʼaan harka isaa saanii golboo keessa ni kaaʼa,

      Garuu gara afaan isaatti deebisee fiduun baayʼee isa dadhabsa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi