LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 6:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa dhibaaʼaa nana, hamma yoomiitti achi ciista?

      Hirriba kee irraa hoo yoom dammaqxa?

  • Fakkeenya 19:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dhibaaʼummaan hirriba cimaa namatti buusa,

      Namni* siʼaayina hin qabnes ni beelaʼa.+

  • Fakkeenya 24:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Xinnuman ciisa, xinnuman muga,

      Boqochuufis xinnuman harka maradhee taaʼa yoo jette,

      34 Hiyyummaan akkuma saamtuutti,

      Deegnis akkuma nama meeshaa waraanaa hidhatetti sitti dhufa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi