-
Fakkeenya 14:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Namni qoostuu taʼe ogummaa ni barbaada, taʼus homaa hin argatu,
Namni hubannaa qabu garuu salphaatti beekumsa argata.+
-
-
1 Qorontos 2:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, namni foonii wantoota hafuura Waaqayyoo irraa dhufan hin fudhatu; sababiin isaas, wantoonni kun isaaf gowwummaa dha; hafuuraan kan qoraman waan taʼaniif inni isaan hubachuu hin dandaʼu.
-