Leewwota 19:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “‘Garaa keetti obboleessa kee hin jibbin.+ Ati cubbuu nama kan biraa irratti akka hin hirmaanneef, yeroo barbaachisu hundumaatti nama sana akeekkachiisi.+ 1 Ximotewos 5:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Warra kaaniif akeekkachiisa akka taʼutti,* namoota cubbuu hojjechuu amaleeffatan+ nama hundumaa duratti ifadhu.+
17 “‘Garaa keetti obboleessa kee hin jibbin.+ Ati cubbuu nama kan biraa irratti akka hin hirmaanneef, yeroo barbaachisu hundumaatti nama sana akeekkachiisi.+
20 Warra kaaniif akeekkachiisa akka taʼutti,* namoota cubbuu hojjechuu amaleeffatan+ nama hundumaa duratti ifadhu.+