2 Seenaa Baraa 29:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Hisqiyaas+ umurii isaa waggaa 25tti mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 29f ni bulche. Maqaan haadha isaa Abiiyaa yeroo taʼu, ishiin intala Zakkaariyaas turte.+
29 Hisqiyaas+ umurii isaa waggaa 25tti mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 29f ni bulche. Maqaan haadha isaa Abiiyaa yeroo taʼu, ishiin intala Zakkaariyaas turte.+