LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:23-25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Gara mana qulqullummaatti erga seenee booda, utuu inni barsiisaa jiruu dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni sabichaa gara isaa dhufanii, “Aangoo maaliitiin wantoota kana hojjetta? Aangoo kana kan sii kenne hoo eenyu?”+ isaan jedhan. 24 Yesuusis deebisee akkana isaaniin jedhe: “Mee anis wanta tokkon isin gaafadha. Isin yoo naa deebistan, anis aangoo maaliitiin wantoota kana akkan hojjedhu isinitti nan hima: 25 Cuuphaan Yohaannis maddi isaa eessa irraa ti? Samii irraa moo nama irraa ti?” Isaan garuu akkana jedhanii walitti dudubbachuu jalqaban: “‘Samii irraa ti’ yoo jenne, ‘Maaliif isa hin amanne ree?’+ nuun jedha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi