LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Sababiin isaas, Yohaannis daandii qajeelummaa isinitti argisiisuuf dhufe; isin garuu isatti hin amanne. Haa taʼu malee, warri qaraxa sassaabanii fi sagaagaltoonni isatti amananiiru;+ isin garuu, kanuma ilaaltanii illee gaabbitanii isatti hin amanne.

  • Maarqos 11:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Cuuphaan Yohaannis+ samii irraa moo nama biraa dhufe?* Naa deebisaa.”+ 31 Kanaafuu, isaan akkana jedhanii walitti dudubbachuu jalqaban: “‘Samii irraa ti’ yoo jenne, ‘Maaliif isa hin amanne ree?’ nuun jedha.

  • Luqaas 7:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 (Namoonni sun hundii fi warri qaraxa sassaaban yommuu kana dhagaʼan Waaqayyo qajeelaa taʼuu isaa dubbatan; sababiin isaas, isaan cuuphaa Yohaannisiin cuuphamanii turan.+ 30 Fariisonnii fi warri Seericha beekan garuu gorsa* Waaqayyo biraa isaaniif kenname ni tuffatan;+ sababiin isaas, isaan Yohaannisiin hin cuuphamne.)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi