LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 13:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Achiis Phaawulosii fi Barnaabaas ija jabinaan akkana isaaniin jedhan: “Dubbiin Waaqayyoo jalqaba isinitti himamuun isaa barbaachisaa ture.+ Isin dubbicha fudhachuu diddanii jireenyi bara baraa akka isiniif hin malle ofuma keessanii waan murteessitaniif, kunoo nuti saboota kaaniif ni lallabna.+

  • Roomaa 10:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Beekumsa sirrii irratti kan hundaaʼe taʼuu baatus, isaan Waaqayyoof akka hinaafan isaaniif ragaa nan baʼa.+ 3 Isaan qajeelummaa Waaqayyoo utuu hin beekin,+ qajeelummaa ofii isaanii hundeessuu waan barbaadaniif,+ qajeelummaa Waaqayyootiif hin bitamne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi