LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yesuus namoota 12n kanaaf qajeelfama akkana jedhu kennee isaan erge:+ “Daandii gara saboota kaaniitti geessu irra hin deeminaa; akkasumas magaalaa warra Samaariyaa+ kamitti iyyuu hin seeninaa; 6 kanaa mannaa, gara hoolota mana Israaʼel keessaa badanii qofa dhaqaa.+

  • Hojii Ergamootaa 3:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin ilmaan raajotaa fi ilmaan kakuu Waaqayyo abbootii keessanii wajjin gale sanaa ti;+ Waaqayyo Abrahaamiin, ‘Maatiiwwan lafa irraa hundi sanyii keetiin ni eebbifamu’ jedheera.+ 26 Waaqayyo Tajaajilaa isaa erga kaasee booda, tokkoon tokkoon keessan hojii keessan isa hamaa irraa isin deebisee isin eebbisuuf jalqaba gara keessanitti isa ergeera.”+

  • Roomaa 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ani misiraachichatti hin qaanaʼu;+ misiraachichi jalqaba Yihudootaaf,+ achiis Giriikotaaf,+ humna Waaqayyoo isa namoota amantii qaban hundumaatiif fayyina argamsiisu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi