-
Luqaas 7:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 (Namoonni sun hundii fi warri qaraxa sassaaban yommuu kana dhagaʼan Waaqayyo qajeelaa taʼuu isaa dubbatan; sababiin isaas, isaan cuuphaa Yohaannisiin cuuphamanii turan.+ 30 Fariisonnii fi warri Seericha beekan garuu gorsa* Waaqayyo biraa isaaniif kenname ni tuffatan;+ sababiin isaas, isaan Yohaannisiin hin cuuphamne.)
-