LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Sababiin isaas, Yohaannis daandii qajeelummaa isinitti argisiisuuf dhufe; isin garuu isatti hin amanne. Haa taʼu malee, warri qaraxa sassaabanii fi sagaagaltoonni isatti amananiiru;+ isin garuu, kanuma ilaaltanii illee gaabbitanii isatti hin amanne.

  • Luqaas 7:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 (Namoonni sun hundii fi warri qaraxa sassaaban yommuu kana dhagaʼan Waaqayyo qajeelaa taʼuu isaa dubbatan; sababiin isaas, isaan cuuphaa Yohaannisiin cuuphamanii turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi