Maatewos 3:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo sanatti namoonni Yerusaalem, guutummaa Yihudaa fi biyyoota naannoo Yordaanos jiran hundumaa keessaa gara isaa ni dhufu turan;+ 6 isaanis cubbuu isaanii ifatti himachaa Laga Yordaanos+ keessatti isaan cuuphamu* turan. Luqaas 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Warri qaraxa sassaaban illee cuuphamuuf gara isaa dhufanii,+ “Barsiisaa, maal gochuu qabna?” isaan jedhan.
5 Yeroo sanatti namoonni Yerusaalem, guutummaa Yihudaa fi biyyoota naannoo Yordaanos jiran hundumaa keessaa gara isaa ni dhufu turan;+ 6 isaanis cubbuu isaanii ifatti himachaa Laga Yordaanos+ keessatti isaan cuuphamu* turan.
12 Warri qaraxa sassaaban illee cuuphamuuf gara isaa dhufanii,+ “Barsiisaa, maal gochuu qabna?” isaan jedhan.