-
Maatewos 21:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Cuuphaan Yohaannis maddi isaa eessa irraa ti? Samii irraa moo nama irraa ti?” Isaan garuu akkana jedhanii walitti dudubbachuu jalqaban: “‘Samii irraa ti’ yoo jenne, ‘Maaliif isa hin amanne ree?’+ nuun jedha.
-
-
Luqaas 20:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Cuuphaan Yohaannis samii irraa moo nama biraa dhufe?”*
-