-
Fakkeenya 19:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Gowwaan jireenya qananii jiraachuun isaa sirrii miti;
Tajaajilaan tokko bulchitoota bulchuun isaa immoo caalaatti sirrii miti!+
-
-
Fakkeenya 26:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Akkuma cabbiin yeroo bonaatiif, bokkaanis yeroo makaraatiif hin taanetti,
Ulfinnis nama gowwaadhaaf hin taʼu.+
-