-
2 Saamuʼel 3:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Kanaafuu, Yoʼaab gara mootichaatti seenee akkana isaan jedhe: “Wanti ati goote kun maali dha? Abneer gara kee dhufee ture. Inni nagaadhaan akka deemu maaliif isa geggeessite ree?
-
-
2 Saamuʼel 3:38, 39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Achiis mootichi tajaajiltoota isaatiin akkana jedhe: “Guyyaa harʼaatti Israaʼel keessatti bulchaanii fi namni guddaan tokko akka kufe hin beektanii?+ 39 Ani mootii taʼee kanan dibame+ taʼus, harʼa humna dhabeera; ilmaan Zeruuyaa+ kun baayʼee natti hammaataniiru.+ Yihowaan isa hammina hojjetuuf akka hammina isaatti isaaf haa deebisu.”+
-
-
Fakkeenya 30:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Wantoonni lafa sochoosan sadii jiru,
Wantoonni ishiin dandamachuu hin dandeenye afuri:
22 Yommuu garbichi mootii taʼee bulchu,+
Yommuu gowwaan nyaata quufu,
-
Lallaba 10:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Ani tajaajiltoonni farda irra yommuu taaʼan, bulchitoonni garuu akkuma tajaajiltootaatti miila isaaniitiin yommuu deeman argeera.+
-
-
-