LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 3:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Dhiigni isaa mataa Yoʼaabii fi mataa guutummaa mana abbaa isaa irratti haa deebiʼu.+ Mana Yoʼaab keessaa namni dhangalaʼaa qaama isaa keessaa yaaʼuun+ yookiin dhukkuba nadaayiitiin* rakkatu+ yookiin dhiirri caliidhaan foʼu* yookiin namni goraadeedhaan duʼu yookiin namni nyaata dhabee rakkatu hin dhabamin!”+

  • 1 Mootota 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Atis wanta Yoʼaab ilmi Zeruuyaa na irratti raawwate, wanta inni ajajjoota raayyaa waraanaa Israaʼel lamaan, jechuunis Abneer+ ilma Neerii fi Amaasaa+ ilma Yeteer irratti raawwate akka gaariitti beekta. Inni isaan ajjeesuudhaan waraanni utuu hin jiraatin yeroo nagaatti dhiiga dhangalaaseera;+ akkasumas qabattoo mudhii isaatti hidhatee fi kophee miila isaatti kaaʼate dhiiga yeroo waraanaatti dhangalaʼuun faaleera.

  • 1 Mootota 2:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Achiis Benaayaan ilmi Yehoyaadaa ol baʼee Yoʼaabiin rukutee ajjeese; innis mana isaa isa lafa onaa keessa jiru biratti ni awwaalame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi